ONM-ABO Sadaasa 12, 2024
Irree fi wanteen sabaa WBOn Zoonii Kibba Bahaa Cibraan Jaal Nadhii Gammadaa waraana faashistii PP maqaa sakkattaa WBO jedhuun bobbaatee uummata nagaa hiraarsaa turte guyyaa har’aa Sadaasa 12, 2024 godina Arsii Bahaa aanaa Sirkaa ganda Soojjii Saadee iddoo addaa Gaara Gaalloo jedhamu keessatti rasaasaan akaayee loltoota 5 irraa ajjeessuun 3 madoon yoo adabu tan achirraa hafte baqattee magaalaatti deebi’uun barameera.
Injifannoon Uummata Oromoof!

