• Thu. Mar 19th, 2026

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo godina Arsii Bahaa aanaa Sirkaa keessatti diina du’aa fi madoon adabe

Nov 12, 2024

ONM-ABO Sadaasa 12, 2024

Irree fi wanteen sabaa WBOn Zoonii Kibba Bahaa Cibraan Jaal Nadhii Gammadaa waraana faashistii PP maqaa sakkattaa WBO jedhuun bobbaatee uummata nagaa hiraarsaa turte guyyaa har’aa Sadaasa 12, 2024 godina Arsii Bahaa aanaa Sirkaa ganda Soojjii Saadee iddoo addaa Gaara Gaalloo jedhamu keessatti   rasaasaan akaayee loltoota 5 irraa ajjeessuun 3 madoon yoo adabu tan achirraa hafte baqattee magaalaatti deebi’uun barameera.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading