• Sun. Nov 22nd, 2026

QOPHII OOBDII YAADAA ONM-ABO

Qophii Oobdii Yaadaa

  • Home
  • Dhiittaa mirga namoomaa Oromiyaa keessatti raawwatama jiru, Tarkaanfii Waraana Bilisummaa Oromoo, Sodaa Bilxiginnaa fi uggura midiyaalee, Lola naannoo Tigraay Ilaalchisuun turtii Jaal Daandii Elemoo fi Jaal Nimoonaa Sabaa waliin taasisne! Qophii Oobdii Yaadaa ONM-ABO Sadaasa 5, 2026 Itti Dhiyaadhaa!

Dhiittaa mirga namoomaa Oromiyaa keessatti raawwatama jiru, Tarkaanfii Waraana Bilisummaa Oromoo, Sodaa Bilxiginnaa fi uggura midiyaalee, Lola naannoo Tigraay Ilaalchisuun turtii Jaal Daandii Elemoo fi Jaal Nimoonaa Sabaa waliin taasisne! Qophii Oobdii Yaadaa ONM-ABO Sadaasa 5, 2026 Itti Dhiyaadhaa!

Qophii Oobdii Yaadaa ONM- ABO Sadaasa 5-2026 itti dhiyaadhaa!Dhiittaa mirga namoomaa Oromiyaa keessatti raawwatama jiru, Tarkaanfii Waraana Bilisummaa Oromoo, Sodaa…

Haala Oromiyaa Keessaa fi Mooraa QBO Keessaa Jiru, Barattoota Mana Barumsaa Keessaa Ukkaamsuun Mooraa Waraanatti Guuruu PP, Duula Miidiyaa Faarsee Bulaan godhaa Jiru fi Diigumsa Waraana PP, Injifannoo Soba PP Labsachaa Jiru fi Lola Naannoo Tigraay jedhuu ilaalchisee turtii Jaal Daandii Elemoo fi Jaal Nimoonaa Saba waliin taasisne! Qophii Oobdii Yaadaa ONM-ABO Onkoloolessa 16, 2026 Itti Dhiyaadhaa!

Qophii Oobdii Yaadaa ONM- ABO Onkoloolessa 16-2026 itti dhiyaadhaa!Haala Oromiyaa Keessaa fi Mooraa QBO Keessaa Jiru, Barattoota Mana Barumsaa Keessaa…

Hojii siyaasaa WBOn hojjechaa jiruu fi barbaachisummaa isaa, Oolmaa paarlaamaa fi fakkeessii, Lola gama kaabaa, itti ba’aa fi sodaa Bilxiginnaa ilaalchisee turtii Jaal Nimoonaa Sabaa fi Jaal Mucucoo Jaawwii waliin taasisne! Qophii Oobdii Yaadaa ONM-ABO Onkoloolessa 9, 2026 Itti Dhiyaadhaa!

Qophii Oobdii Yaadaa ONM-ABO Onkoloolessa 9-2026 itti dhiyaadhaa!Hojii siyaasaa WBOn hojjechaa jiruu fi barbaachisummaa isaa, Oolmaa paarlaamaa fi fakkeessii, Lola…

Haala Oromiyaa keessaa, Booji’amtoota PP, Gantootni PPf hojjechaa PPn hidhamuu, Haasa Birhaanuu Juulaa, Qophii waraanaa fi cufamuu Dhaabbilee barnoota olaanoo naannoo Tigraay jedhuu ilaalchise Jaal Daandii Elemoo fi Jaal Nimoonaa Sabaa waliin taasisne! Qophii Oobdii Yaadaa ONM-ABO Fulbaana 17, 2026 Itti Dhiyaadhaa!

Qophii Oobdii Yaadaa ONM-ABO Fulbaana 17-2026 itti dhiyaadhaa!Haala Oromiyaa keessaa, Booji’amtoota PP, Gantootni PPf hojjechaa PPn hidhamuu, Haasa Birhaanuu Juulaa,…

Haala Oromiyaa fi Tarkaanfii WBO, Burjaajii Bilxiginnaan gantoota rifeensa qabaniin uumtu, Kufaatti sirna barnoota, Dhaadu bilxiginnaa, Haleela diroonii naannoo tigraay jedhuu irratti turtii Jaal Daandii Elemoo fi Jaal Nimoonaa Sabaa waliin goone! Qophii Oobdii Yaadhaa ONM-ABO Hagayya 27, 2026 Itti Dhiyaadhaa!

Qophii Oobdii Yaadaa ONM- ABO Hagayya 27-2026 itti dhiyaadhaa!Haala Oromiyaa fi Tarkaanfii WBO, Burjaajii Bilxiginnaan gantoota rifeensa qabaniin uumtu, Kufaatti…

Eebbaa fi Tarkanfii WBO fudhata jiru, Sochii waraana PP gara Kaaba Impaayeratti; naannoo, Amaaraa fi haala Tigiraay keessa jiru, Qaala’insa jireenyaa fi hanqina boba’aa mudate, Sodaa Diddaa Uummataa fi Waamicha Iyaappaa ilaalchisuun turtii Jaal Daandii Elemoo fi Jaal Mucucoo Jaawwii waliin taasifne! Qophii Oobdii Yaadaa ONM-ABO Ebla 9, 2026 Itti Dhiyaadhaa!

Qophii Oobdii Yaadaa ONM-ABO Ebla 9-2026 itti dhiyaadhaa!Eebbaa fi Tarkanfii WBO fudhata jiru, Sochii waraana PP gara Kaaba Impaayeratti; naannoo,…