Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Abbaa Irree Bilxiginnaan Bulchiinsa Ajjeechaa fi hiyyummaan faayame keessatti qaanii malee jijjiiramaa fi nagaa himata

• Bulchiinsi Abiy Ebli 2,2025 waggaa 7ffaa guutu kun isaaf beekamtii aangoo, namootni jajuunii, konkolaataa jijjiiruu, xiyyaara fayyadamuu, jireenya fayya’aa jiraachuu fi kkf daran argamsiisuufis Oromiyaa keessatti garuu ilmaan ishee akka meeshaa abiddatti darbataniitti gubachaa jiru. Sabaa fi sablammootni dabareedhumaan miidhaa gurguddaan irra ga’aa jira.

Guyyaan Abiy Ahimed aangootti dhufe guyyaa cunqursaan uummata jabaateedha❗

Injifannoon Uummata Oromoo!

Exit mobile version