Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Oduu Gaddaa/Sad News – Prof. Asmaraaw Laggasaa nama osoo lafaan, dhiigaan, afaanii fi aadaan hin daangeyfamin sirna Gadaa Oromoo qoratee addunyaatti |Qeerroo Bilisummaa Oromoo Guraandhala 4, 2026

Oduu Gaddaa/Sad News

Professor Asmaraw Laggasaa du’aan boqote. (1937-2026)!

Prof. Asmaraaw bara 1937 magaalaa Asmaraatti dhalate. Guraan-dhala 04/2026 tti boqote.

Prof.Asmaraaw Laggasaa nama osoo lafaan, dhiigaan, afaanii fi aadaan hin daangeyfamin sirna Gadaa Oromoo qoratee addunyaatti mul’iseedha.

Professor Asmaraw, nama Dimokraasii Afrikaa fii Addunyaatiif ka’uumsi Sirna Gadaa tahuu kitaabaan barreeysee addunyaa barsiise.(Gadaa is the indigenous political Syytem) kitaaba jedhu barreeyse. Kitaabni isaa University Addunyaa hunda keeysatti adiif gurraachi ni waabeeuffatu.

Walumaa galatti Prof. Asmaraw galata guddaa saba kana biraa qaba.

Bara baraan Si yaadanna!

Rest In Peace!!🕊️

February 04/2026.

OromoGadaSystem

OromoPeople

Oromia Ethiopia

Eritrean people

AfricaDemocracy

Exit mobile version