Qabsoon Qarooyyii fi Gootata oromoon eegalte Dhaloota Fincilaan durfamtee gar galma baatefitti imaladhuma jirtii.
Kaanaaf ragaa guddan ammoo hambaan Qeerroo fi Qarree warri Fincila Diddaa Gabrimmaa eegalee harra eessaa fi maalitti akka jiran hunduma keenyaafuu ifaa dha.
Kaanaaf Miseensotaa fi deggertoota QBO Marti Guyyaa FDG Sadaasa 9/2023 sa’a 18:00 Akka EU 17:00 Akka London fi 12:00 DC walitti dhufneeGuyyaa FDG akka waliin kabajannu ABO WBOn waanicha kabajaa isiniif godha.https://us02web.zoom.us/j/84652590034?pwd=Y1lBSzZSNUwvVG1xMUowbmh2YlNodz09
Qabsoon Qarooyyii fi Gootata oromoon eegalte Dhaloota Fincilaan durfamtee gar galma baatefitti imaladhuma jirtii – Baga Jela bultii Sadaasa 9 Guyyaa Yaadannoo Fincila diddaa Garbummaa geessan

