Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Diddaa – Kibba Baha Oromiyaa godina Arsii lamaan aanota tokko tokko keessatti Labsiin Lagannaa Gabaa fi Uggura Geejjibaa hojiirra ooleera

ONM-ABO Amajjii 4, 2024

Kibba Baha Oromiyaa godina Arsii lamaan aanota tokko tokko keessatti Labsiin Lagannaa Gabaa fi Uggura Geejjibaa hojiirra ooluun konkolaataan magaalaa Shaashamannee fi Asallaa deemu yoo dhaabbatu, bakkoota kanatti waraanni bilxiginnaa waraana isaan dirqisiisuunii fi waliin deemuun sochoosaa akka jiru barameera.

Exit mobile version