ONM-ABO Amajjii 4, 2024
Kibba Baha Oromiyaa godina Arsii lamaan aanota tokko tokko keessatti Labsiin Lagannaa Gabaa fi Uggura Geejjibaa hojiirra ooluun konkolaataan magaalaa Shaashamannee fi Asallaa deemu yoo dhaabbatu, bakkoota kanatti waraanni bilxiginnaa waraana isaan dirqisiisuunii fi waliin deemuun sochoosaa akka jiru barameera.
