Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Godina Baha Wallaggaa aanaa Diggaa irraa miseensotni waraana faashistii PP 4 dhalootaan Amaaraa ta’an hidhannoo waliin gara Faannootti dabalamuuf osoo deemanii gooticha WBOn to’atamaniiru

ONM-ABO Bitootessa 11, 2024

Godina Baha Wallaggaa aanaa Diggaa irraa miseensotni waraana faashistii PP 4 dhalootaan Amaaraa ta’an qawwee AKM 4, rasaasa 600 fi hidhannoo waliin gara Faannootti dabalamuuf osoo deemanii gooticha Waraana Bilisummaa Oromoon to’atamaniiru.

Humni finxaaleyyii akkasiin yaada. Ati inni ani Oromoodha jettee meeshaa Itoophiyaaf baattu itti yaadi!

Exit mobile version