ONM-ABO Bitootessa 11, 2024
Godina Baha Wallaggaa aanaa Diggaa irraa miseensotni waraana faashistii PP 4 dhalootaan Amaaraa ta’an qawwee AKM 4, rasaasa 600 fi hidhannoo waliin gara Faannootti dabalamuuf osoo deemanii gooticha Waraana Bilisummaa Oromoon to’atamaniiru.
Humni finxaaleyyii akkasiin yaada. Ati inni ani Oromoodha jettee meeshaa Itoophiyaaf baattu itti yaadi!





