Godina Iluu Abbaa Booraa Aanaa Noophaa keessatti waraanni Bilxiginnaa hawaasa nagaa ukkaamsanii bakka buutee dhabamsiisuu, qe’ee fi qabeenyaa irraa buqqisuu itti fufan
ONM-ABO Hagayya 2, 2025 Iluu Abbaa Booraa aanaa Nophaa ganda Jaatoo jedhamu keessatti waraanni koloneel Abiy Ahimed Adoolessa 29, 2025…
