Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Lixaa Godina Bunnoo Beddellee aanaa Daaboo Haannaa keessatti lukkeelee PP’ irratti tarkaanfii laalessaa fudhate
ONM-ABO Amajjii 13, 2025 Impaayera bututtuu Xoophiyaa afaan qawweetiin ijaaramte diigee dhiigaa fi lafee isaatiin biyya Oromiyaa walaboomte ijaaruuf diina…
