Godina Arsii Bahaa aanaa Jajuu keessatti dargaggoon tokko yoo ajjeefamu, Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaa keessatti ammoo gubaatii manneenii fi saamicha qabeenya uummataa irratti jabeessanii jiraachuun dhagaa’ame
ONM-ABO Caamsaa 21, 2024 Kibba Baha Oromiyaa godina Arsii Bahaa aanaa Jajuu ganda Wurut-Doree jedhamu keessatti Caamsaa 13, 2024 hidhattootni…
