Godina Jimmaa Aanaa Saqqaa Coqorsaa keessatti jaleewwan Bilxiginnaa maatii qabsaa’otaa dararuu fi maqaa deggersa raayyaa ittisa impaayerattii jedhuun ammoo saamicha raawwachaa jiraachuun himame
ONM-ABO Hagayya 28, 2025 Godina Jimmaa aanaa Saqqaa Coqorsaa ganda Ushaanee Qoocee fi Gibee Boosoo keessatti jaleewwan sirna nama nyaataa…
