WBOn godina Arsii Bahaa aanaa Heexoosaa keessatti diina du’aa fi madoon adabuu beeksise
ONM-ABO Onkololeessa 11, 2024 Irree fi gaachanni sabaa Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibba Bahaa Cibraan Jaal Nadhii Gammadaa waraana faashistii…
ONM-ABO Onkololeessa 11, 2024 Irree fi gaachanni sabaa Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibba Bahaa Cibraan Jaal Nadhii Gammadaa waraana faashistii…
ONM-ABO Onkolooleessa 11, 2024 Irree fi wonteen sabaa WBOn waraana faashistii PP maqaa garagaraa uummata nagaatti moggaasuun hawaasa hiraarsaa turte…
ONM-ABO Onkololeessa 9, 2024 Korommiiwwan Waraanni Bilisummaa Oromoo kibbaa bahaa Cibraan Jaal Nadhii Gammadaa diina maqaa Oromummaa hadheeffatee uummata nagaa…
ONM-ABO Onkoloolessa 8, 2024 Irree fi gaachanni uummata Oromoo godina Lixa Wallaggaa keessatti waraana faashistii PP adabuu itti fufee jira.…
https://rumble.com/v5ibqud--11-2024-onm-abo-.html
ONM-ABO Onkoloolessa 11, 2024 Turkiin Kamisa kaleessaa haleellaa Israa’el humna Mootummoota Gamtoomanii Libaanos (UNIFIL) irratti xiyyeeffatte balaaleffataniiru. “Haleellaan Israa’el humnoota…
ONM-ABO Onkoloolessa 11, 2024 Murni abbaa irree waan qabuuf gadi dhiisu wallaalee jiru bilxiginnaan, yeroo ammaa akkuma guutuu Oromiyaatti namoota…
ONM-ABO Onkoloolessa 11, 2024 Mootummaan bilxiginnaa afaaniin qofa ”biyya nan bulcha” jedhu kalaqoota hawaasa gowwomsuu danda’an yeroo gara yerootti jaleewwan…
ONM-ABO Onkoloolessa 11, 2024 Ergamtoonni murna Bilxiginnaa kan yeroo kamuu caalaa yeroo ammaa kufaatii impaayerattii waan hubataniif, caasaa sadarkaa olii…
ONM-ABO Onkoloolessa 11, 2024 Tibba kana Caasaaleen bilxiginnaa aanaa hanga godinaatti jiran Fulbaana 20, 2024 irraa eegaluun godina Walloo magaalaa…