• Wed. Nov 25th, 2026

Gumaacha WBO Humneesuu Marsaa 11ffaa

Jun 8, 2022

Gumaacha WBO Humneesuu Marsaa 11ffaa

( ONM-ABO Waxaabajjii 8,2022 )

Gurmuun Tumsa WBO Ifa Guddinaa Xirroo Carcar jalatti ijaaramuun mararfattoonni fi Sabboontoonni ilmaan Oromoo biyyoota ambaa keessa jiraatan biyyoota Akka
Yaman
Sa’udii Arabiyaa
Kuweet
Dubaay
Masrii
Beeyruut
Jabuutii
Joordanii fi K.k.f irraa gumaacha WBO Humneessuuf taasisaa jiran itti fufaniiru.

Ittuma fufuun qaaliiwwaan ilmaan Oromoo Urjii sabaa ta’an Maadheen Daandii Elemoo Qilxuu Gurmuun Tumsa WBO Ifaa Guddinaa Xirroo Carcar jalatii ijaaramuun biyyaa Sa’ud Arabiyaa irraa marsaa 1ffaaf gumaacha WBO humnessuuf taasifanii jiru.

1 Daaressaa Diinaa, Riyaala Sa’ud Arabiyaa 5000
2 Ariyaa Diinaa, Riyaala sa’ud Arabiyaa 2000
3 Bakar Waaree, Riyaala Sa’ud Arabiyaa 2000
4 Yaasaa Gantuu Riyaala Sa’ud Arabiyaa 1000
5 Jabeessaa Lammii Riyaala Sa’ud Arabiyaa 1000
6 Jibbaa Roorroo, Riyaala Sa’ud Arabiyaa 500
7 Mul’isaa sabaa Riyaala Sa’ud Arabiyaa 500
8 Milkoofnee Gammadaa Riyaala Sa’ud Arabiyaa 500
9 Qomoo Sabaa Riyaala Sa’ud Arabiyaa 500
10 Buqqaasaa Diinaa, Riyaala Sa’ud Arabiyaa 500
11 Sin Ganuu Lammii Riyaala Sa’ud Arabiyaa 500
12 Turu Hin Baduu Lammii Riyaala Sa’ud Arabiyaa 500
13 Wal hin Gannuu Lammii Riyaala suudii Arabia 500
14 Abdii Sabaa Riyaala suudii Arabia 500
15 Obsaa Sabaa Riyaala suudii Arabia 500
16 Jaalataa WBO Riyaala Sa’ud Arabiyaa 500
17 Murataa Qabsoo Riyaala Sa’ud Arabiyaa 500
18 Daakaa Diinaa Riyaala Sa’ud Arabiyaa 500
19 Qajeelchaa Sabaa Riyaala Sa’ud Arabiyaa 500
20 Hafarsaa Diinaa Riyaala Sa’ud Arabiyaa 500
21 Caccabsaa Diinaa Riyaala Sa’ud Arabiyaa 1000
22 Gumabaas Sabaa Riyaala Sa’ud Arabiyaa 500
23 Tigist Doolaara 25 Beeyruut irraa
24 Masarat Doolaara 25 Beyruut irraa
Walumaa galatti Riyaala Sa’ud Arabiyaa 20,000 ( Kuma Diigdama ) yookiin qarshii impaayeera Itoophiyaatti 360,000 ( Kuma Dhibba Sadii fi Kuma Jaatama WBO diinagdeen cimsuuf galii taasisanii jiru.

Gurmuun deggersa taasisan cinaatti miseensoota isaaniin waliin ibsa ejjennoo armaan gadii baafataniiru.

  1. Gumaacha kun kan jalqabaatii malee kana dhumaatii miti. Kun ga’aa osoo hin taanee kana caalaa dirqama keenyaa dachaa dachaan kan itti fufnu ta’uu waadaa keenya haroomfannee jirra .
  2. Waraana Bilisummaa Oromoo ” Nuti isin jabeessuun dirqama keenya”.
  3. Ofii Waragamanii qabsoo ofii jabeeffachuu ykn saba ofii bilisa baasuu caalaa waanti nama gammachisuu hin jiru.
    Kanaafuu Wareegama barbaachisu mara kafaluun qabsoo teenya galmaan ga’uu qabnaan dhaamsa Oromummaati.
  4. Akka Oromootti yoo qabsoofne qofa kan bilisoomnu. Bilisummaan faaya jabaadhaa ilmaan Ayyaa ni moona haqa qabna.
  5. Dirqama qabsoon nu irraa barbaadduu irratti hundaa’uun hanga bilisummaa Oromoo fi Walabummaa Oromiyaatti kan itti fufnu ta’uu isin hubachiifna.
  6. Uummanni Oromoo lafa fi iddoo jirtan cufatti WBO akka tumsitan jechuun dhaammachuu isaanii gabaasa Ajajaan Olaanaa ABO-WBO Arraata Biyyooleessa Oromiyaa qaqqabsiisaniin beekuun danda’ameera.

Nutis galanni keessan Bilisummaa haa ta’u ittiin jenna.

Horaa bulaa deebanaa.

Injifannoon Uummata Oromoof !

Leave a Reply