• Wed. Nov 25th, 2026

Ajjechaaf Dararaan ilmaan Oromoo akkuma itti fufetti jira.

Jul 11, 2022

Ajjechaaf Dararaan ilmaan Oromoo akkuma itti fufetti jira.

(SQ-Adoolessa 11, 2022)

Mootummaan Sirna Shiftaa PP kan Ilmaan Oromoo hundaaf rifaatuu homaa hin qabne, Maanguddoo fi ol adeemaa qe’ee keessatti salphisuun beekamu Maanguddoo gaditti mul’atan Jeneraal Daraaroo Guyyee jedhaman Adoolessa 11, 2022 Godina Arsii Lixaa Magaalaa Shaashamannee keessaa Humnoota PPtiin ukkaamsamanii hidhamuu maddeen SQ f gabaasan.

Leave a Reply