• Tue. Nov 24th, 2026

ODUU INJIFANNOO WBOn ZOONII KIBBAA KONYAA GUJII BAHAA AANAA GALAANAA

Jul 22, 2022

ODUU INJIFANNOO WBOn ZOONII KIBBAA KONYAA GUJII BAHAA AANAA GALAANAA.

( ONM-ABO Adoolessa 22,2022 )

Irree fi gaachanni uummata Oromoo kan ta’e,ee WBOn zoonii kibbaa konyaa Gujii lixaa Cibraan Gumaa Baasaa Tuulaa Surroo Buttaan Galaanaatiif Gadab Dibbee Dhugoo har’a ganamaan diina dhukkee irraa kaasaa ture.

Tikootni bilxiginnaa fi waraanni ishee hedduun du’aa fi madoon adabamanii jiru

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply