• Wed. Apr 8th, 2026

Oduu Ammee

ONM-ABO Hagayya 20,2022 Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo godina Iluu Abbaa Booraa magaalaa Daarimuu keessatti haleellaa har’a ganama Hagayya 20,2022 fudhateen magaalaattii dhuunfachuun hidhamtoota siyaasaa mana hidha cabsuun gadhiisisee jira.

Kana malees haleellaa kanaan meeshaalee waraana hedduu fudhachuun hedduu ajjeesee gariin madeessuun waraana bilxiginnaa harkaan booji’uu ajajaan WBO zoonichaa beeksiseera.

Gabaasa guutuu galgala Qophii oolmaa WBO keessatti qabannee isiniif dhihaanna.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading