WBOn zoonii Giddu Galeessaa Lixa Shaggar aanaa Miidaa Qanyi keessatti tarkaanfii fudhate.
ONM-ABO Fulbaana 8,2022 Irree fi Abdiin Uummata Oromoo jajjabeen Zoonii Giddu galaa cibraan Torban Miidaa diina uummata dararuuf baatetti adaba tolcheera.
Kaleessa Fulbaana 7,2022 ganamaan godina Lixa Shaggar magaalaa ona Miidaa Qany Baallammii irraa kallattii ganda Boquu Nissootti sochii gochuun mana uummataa guggubaa fi saamanii osoo galaaf deemanii ganda Goobee Kuraa bakka addaa Shanganneetti eeguun rasaasaan akaawee baarudaan macceesseera.
Lola kanaan humna diinaa irraa hedduu yoo ajjeese hedduus madoo cimaan adabeera.
Injifannoon Uummata Oromoof!
