Eebbaa gooticha Waraana Bilisummaa Oromoo mooraa zoonii kibbaatti Fulbaana 18, 2022 taasifame har’a oduu waaree fi qophii addaan qabannee isiniif dhiyaanna.
Filannoo keessan YouTube Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Telegramii, Facebook fi Qophii keenya FNN irratti darbu haa ta’u!
