• Sun. Sep 13th, 2026

WBOn aanaa Warra Jaarsoo keessatti diina adabe

Sep 29, 2022

WBOn aanaa Warra Jaarsoo keessatti diina adabe.

ONM-ABO Fulbaana 29, 2022 Irree fi gaachanni uummata Oromoo tarkaanfii laalessaa waraana weerartuu bilxiginnaa irratti har’a Fulbaana 29, 2022 godina Kaaba Shaggar aanaa Warra Jaarsoo karaa guddaan Finfinnee gara naannoo Amaaraa geessu magaalaa Milkii keessatti fudhateen yeroof magaalattii dhuunfachuun humna diinaa irraa 13 battalatti yeroo ajjeesu 20 ol madoon adabee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading