Irree fi gaachaannii Saba Oromoo WBOn Zoonii lixaa godina Qellem Wallaggaa Ona Anfilloo magaala Muggii keessa diina watwaachisa jira.
ONM-ABO Onkoloolessaa 4, 2022
Waraannii Bilisummaa Oroomo tarkaanfi diinaa qulqulleessu itti fufuun godina Qellem Wallaggaa Ona Anfilloo magaala Muggii barii barraaqan seenuun diina du’aa fi madoon adaba jira.
Lolli ammayyuu itti fufee waan jiruuf Guutuu isaa hordofne kan isin biraan geenyuu ta’a.
Qawween garboomne qawween bilisoomna.
Injifannoon Ummata Oromoof!
