The Voice of reason WBO’n Magaalaa Mandii fi Magaalota Lixa Oromiyaa biroo dhuunfatu, akkanuma fuulli WBO gara Finfinneetti ta’uu gabaase. Yoo Jabaatan Ormuu nama barbaade nama firmoofata, sagalee siif ta’a, kanaaf daran haa jabaannu WBO haa jabeeffannu!
Oromiyaan Biyya !
