WBOn lixa Shaggar aanaa Cobii magaalaa ishee keessatti tarkaanfii fudhachaa jira.
ONM-ABO Sadaasa 14, 2022 Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo lixa Shaggar aanaa Cobii magaalaa aanaa kan taate magaala Cobiitti ganama irraa eegale tarkaanfii jabaa ergamtoota PP irratti fudhachaa jira.
Hanga gabaasni kun qindaa’etti lolli itti fufee kan jiru yoo ta’u waraana PP kaan du’aan kaan madoon adabuun fayyaas booji’eera.
Waraanni bilxiginnaa aanaa sana keessa maadheffatee jiru WBO duraa buqqisuun kottee na baasi irra jiru.
Guutuu injifannoon walitti deebina!
Lolli walabummaa Oromiyaa Itti fufa!
