• Thu. Sep 10th, 2026

WBO’n Giddu galeessa Oromiyaa Kaaba Shaggar Ona Hidhabuu Abootee keessatti Lola har’a Sadaasa 29, 2022 barii yaasaa saree nyaapha irratti baneen injifannoo boonsaa galmeessaa jira

Nov 29, 2022

WBO’n Giddu galeessa Oromiyaa Kaaba Shaggar Ona Hidhabuu Abootee keessatti Lola har’a Sadaasa 29, 2022 barii yaasaa saree nyaapha irratti baneen injifannoo boonsaa galmeessaa jira.

ONM – ABO Sadaasa 29, 2022

Lola barii har’aa sadaasa 29, 2022 Kaaba Shaggar Ona Hidhabuu Abootee keessatti geggeeffamaa jiru kana irratti hanga ammaatti WBO’n Bireenii ja’aa (6) fi Diishqaa tokko (1) booji’uun moonaa qabsoo bilisummaa Oromootiif galchuun mirkanaa’eera.

Kanattis dabalataan loltoonni PP danuun yoo du’aan adabamtu, dhugnis madoon adabamtee jirti. Ammatti lolli itti fufee waan jiruuf guutu Odeessa kanaa akkuma lolli gudunfameen qabannee isanitti deebina.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading