IBSA AJAJAA OL’AANAA ABO-WBO – Dhaamsa Guyyaa WBO fi Bara Haaraa 2023 (Ajajaa Ol’aanaa ABO-WBO)
https://youtu.be/gi9L1aLrn20
https://youtu.be/Ar2cZjmj9z0
Dhaamsa Guyyaa WBO fi Bara Haaraa 2023 (Ajajaa Ol’aanaa ABO-WBO)• Kabajamaa Ummata Oromoo – Kan mirgaa kee goonfachuu fi Biyya…
https://youtu.be/APTxoton8is
ONM-ABO 30 Muddee 2022 Amajjii 1 Guyyaa WBO ilaalchisuun barattoonni Oromoo Yuunvarsiitii Wallaggaa barrulee ayyaanicha ibsanii fi qabsoof uummata dadammaqsan…
Godina lixa Harargee aanaa Ciroo, Odaa Bultum fi Gammachiis keessatti dararaan uummata irratti geggeeffamaa jiru hammaachuun barame. ABO – WBO…
Waraanni murna bilxiginnaa aanota godina Qellem Wallaggaa keessatti dargaggoota ukkamsuun leenjii waraanummaa erguuf hidhee jiraachuun ifoome. ABO – WBO –…
Godina lixa Shaggar aanaa Ada’aa Bargaa keessatti waraana bilisummaa Oromoo of fakkeessuun yakka hojjechaa jiraachuun himame. ABO – WBO –…
Godina baha Harargee aanaa Haramaayaa fi Malkaa Bal’oo keessatti waraanni fi kaabinootni murna bilxiginnaa dararaa hammeessanii jiraachuun ibsame. ABO –…
Godina Booranaa aanaa Miyoo keessatti labsa uggura doqdoqqee fi sochii namaa taasisuun dhagaa’ame. ABO – WBO – Muddee 30, 2022…