Barattoota Oromoo Humnoota badiin Ukkaafaman kunoti.
(SQ-Mudde 7/2022)
Barattoota Mana Barumsa Shalaqaa Jaatanii Alii hardha hiriira mormii duguuggaa sanyii ummata oromoo wallaggaa fi Gidduu Gala keessatti xiyyaara nama maleessaan rukutamaniif sagalee isaanii dhageessisaniiru. Barattoota kan keessaa barattoonnii laakkofsaan jaha (6) poolisii humna addaatiin hiriira keessaa butamanii sababa sagalee sabaf ta’anii qofaaf hidhaman. amma buufata poolisii Bulchiinsa magaaya Yaaballootti hidhaa keessa jiru. reebichaa fi dararaa hedduu irraan gahaniiru. dararaa nurra gahaa jiruu sgalee nuuf tahaa jedhu!
-Maqaan isaanii akka armaan gadiitti tarreeffama!
Maqaa…………………Kutaa
1,Halake Moluu ……….12
2,Areeroo Bagajjaa…… 11
3,Gammachuu Jabaa……11
4,Roobaa Tuuroo………….10
5,Galgaloo Bulee………….. 12
6,Diida Mallichaa…………… 11





