ONM-ABO Muddee 22,2022 Waraanni murna bilxiginnaa magaalaa Gimbii keessatti sakatta’iinsa mana uummataa eegaluuf qophii kan xumuran yoo ta’u waraanni bilxiginnaa konkolaataa 14 ammoo gara Jaarsoo fi Baabboo Gambeel deemna jechuun Gimbii qaxxaamuranii jiraachuu maddeen nuuf himan.
