• Mon. May 4th, 2026

WBOn godina baha Harargee ona Gooroo Guutuu keessatti waraana bilxiginnaa 30 ol du’aan adabe

Dec 24, 2022

WBOn godina baha Harargee ona Gooroo Guutuu keessatti waraana bilxiginnaa 30 ol du’aan adabe.

ONM-ABO 24 Muddee 2022 Godina baha Harargee aanàa Gooroo Guutuu araddaa waltaa Haadhaan Qoolee keessatti dheengadda Muddee 23/2022 gootochi Waraana Bilisummaa Oromoo WBOn zoonii bahaa tarkaanfii weerartoota lafa Oromoo waraana bilxiginnaa irratti ganama sa’a 3:00 irraa eegalee hanga galgala sa’a 12:00tti taaiseen waraana impaayerattii 30 ol ajjeesuun hedduu madeessee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading