Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:
Sirbi qabsoo weellisaa fi miseensa Waraana Bilisummaa Oromoo Jaal Niimoonaa Fayyisaa mata duree Guyyaa WBO jedhuun qophaa’e Amajjii 1 guyyaa WBO ilaalchisuun Bor Muddee 30, 2022 waaree booda sa’a 12:00 irratti karaa YouTube Arraata Biyyoolessa Oromiyaan ni gadhiifama.
Hordofa!
YouTube Arraata Biyyoolessa Oromiyaa kanneen subscribe hin goone irratti cuqaasuun maamila ta’a!
