• Thu. Sep 10th, 2026

WBOn godina Lixa Shaggar ona Sayyoo keessatti waraana bilxiginnaa du’aa fi madoon adabe

Dec 29, 2022

WBOn godina Lixa Shaggar ona Sayyoo keessatti waraana bilxiginnaa du’aa fi madoon adabe.

ONM-ABO 29 Muddee 2022 Abdii fi gaaddisni saba Oromoo WBOn tarkaanfii guggubduu waraana bilxiginnaa irratti fudhatu jabeessee itti fufuun diina du’aa fi madoon adabaa jira.

Lola guyyaa har’aa Muddee 29, 2022 godina Lixa Shaggar ona Sayyoo ganda Haroo fi magaalaa Shaaroo keessatti taasifameen waraana bilxiginnaa irraa battalatti 18 du’uun 21 madaa’anii jiru.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading