• Thu. Nov 26th, 2026

Jaal Gammachuu Abbooyyee (itti Aanaa Ajajaa Ol’aanaa ABO-WBO) Guyyaa WBO Amajjii 1, 2023 Miseensota, Qodaaltota, Ajajoota WBO Guutuu Oromiyaa Keessa jiranii fi Hawwaasa Oromoo kabajamaa hundaan baga geessan jechuun dhaamsa jajjabduus dhaammatanii jiru

Jan 2, 2023

Jaal Gammachuu Abbooyyee (itti Aanaa Ajajaa Ol’aanaa ABO-WBO) Guyyaa WBO Amajjii 1, 2023 Miseensota, Qodaaltota, Ajajoota WBO Guutuu Oromiyaa Keessa jiranii fi Hawwaasa Oromoo kabajamaa hundaan baga geessan jechuun dhaamsa jajjabduus dhaammatanii jiru.

Guutuu dubbii fi dhaamsa Jaal Gammachuu daqiiqaa muraasa booda karaa youtube ONM-ABO, 📺 ONM, Page fb ONM fi gama Telegram Arraata Biyyoolessa Oromiyaatiin dhi’eessinaa
Walii qoodaa nu eeggadha !

Horaa Bulaa
Oromiyaan Biyya !

Leave a Reply