• Tue. Nov 24th, 2026

Irree fi Gaachanni saba Oromoo Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Giddugalaa Lixa Shaggar Aanaa Cobiitti ergamtoota sirnichaa biyyoon makeera

Jan 3, 2023

ONM-ABO 3 Amajjii 2023 Irree fi Gaachanni saba Oromoo Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Giddugalaa Lixa Shaggar Aanaa Cobiitti ergamtoota sirnichaa biyyoon makeera.

Amajjii 1 ,2023 irraa eegaluun aanaa Cobiitti lolli deema jiru itti fufuun kaleessa Amajjii 2,2023 moortaraan ganda Diggoo erga reeb
a oolani har’a Amajjii 3,2023 humna guddaadhaan sochii taasisaniin ganda Diggoo bakka addaa Mujjaa fi Qaxxisaatti humna diina rasaasaan akaawuun baarudaan macheesse jira. Lola ganama sa’aati 4:30 haga 8:00tti tureen ergamtoota PP 17 yoo ajjeesu 9 ammoo madoo damdammii hin qabneen adabeera.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply