• Tue. Nov 24th, 2026

WBOn godina baha Wallagaa aanaa Limmuu keessatti diina adabuu beeksise

Jan 5, 2023

WBOn godina baha Wallagaa aanaa Limmuu keessatti diina adabuu beeksise.

ONM-ABO 5 Amajjii 2023 Godina Baha Wallaggaa aanaa Limmuu Iddoo addaa Laaftoo hanga Waarsuutti tarkaanfii gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo waraana garboomfataa irratti fudhateen loltoota weerartuu irraa battalatti 43 yoo ajjeessu 65 madeessuun konkolaata 3f jedhamu 3 irraa dhuunfacheetera.

Waraana Abiy Ahimed 22 ammoo fayyaatti qabeera. Lolli kun hanga magaalaa Galiilaatti itti fufee ooleera.

Injifnannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply