• Tue. Dec 5th, 2023

WBOn godina lixa Shaggar aanaa Bakkoo Tibbee magaalaa Bakkoo irratti tarkaanfii laalessaa waraana bilxiginnaa irratti fudhateen

Feb 2, 2023

ONM-ABO 2 Guraandhala 2023 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn godina lixa Shaggar aanaa Bakkoo Tibbee magaalaa Bakkoo irratti tarkaanfii laalessaa waraana bilxiginnaa irratti fudhateen magaalaa keessuu ajjeesuu fi madeessuun gugsee baasee magaalicha yeroof dhuunfachuun yeroo ammaatti gadhiisee jira.

Hojiin barbaadamu hojjetameera.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply