• Sun. Oct 1st, 2023

Irree fi gaachanni uummata Oromoo lola kaleessa Guraandhala 4, 2023 godina baha Wallagaa aanaa Gobbuu Sayyoo keessatti taasisee

Feb 5, 2023

ONM-ABO 5 Guraandhala 2023 Irree fi gaachanni uummata Oromoo lola kaleessa Guraandhala 4,2023 godina baha Wallagaa aanaa Gobbuu Sayyoo keessatti taasiseen waraana bilxiginnaa hedduun ajjeesuun gariin madeessee qawwee AKM danuu, bireena, boombii fi dishqaa 1 dugda diinaa irraa yoo hiiku, dishqa tokko ammoo lola keessatti boombiin barbadeesse.

Guutuu gabaasa isaa qabannee isiniif dhiyaanna.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply