• Sun. Oct 1st, 2023

WBOn lixa Wallaggaa aanaa Mana Sibuu keessatti diina du’aa fi madoon adabuun lama harkaan qabe

Mar 13, 2023

ONM-ABO  Bitootessa 13, 2023
Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo WBOn kaleessa Bitootessa 12, 2023 godina Lixa Wallaggaa ona Mana Sibuu keessatti diina du’aa fi madoon adabeera.

Tarkaanfii laalessaa aanaa Mana Sibuu ganda Haroo Gunfii keessatti WBOn fudhateen waraanni faashistii PP 8 yoo ajjeefaman 12 madaa’uun loltoota 2, Oromoo tokkoo fi Amaara 1 harkaan qabee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply