• Thu. Nov 26th, 2026

Gootichii waraannii bilisummaa Oromoo zoonii lixa keessa socho’uu mooraa diinaa buqqisuun godina Horroo Guduruu Wallaggaa keessa aanoota afur dhuunfaachu fi bakkeewwan garagaarati tarkaanfii fudhaacha jiraachu beeksise

May 19, 2023

ONM-ABO 19, 2023

Irree fi abdiin ummaata Oromoo waraanni Bilisummaa Oromoo tarkaanfii waraana faashistii Abiyii Ahmed irraatti fudhaatu itti fufuun, waraannii bilisummaa Oromoo zoonii lixa keessa socho’uu Caamsaa 17 fi 18, 2023 godina Horroo Wallagga keessatti tarkaanfii mooraa diinaa irraattii fudhaaten meeshaale waraana morteera dabalatee hedduu hiikuun waraana murniicha hedduu ajjeessuu ,madoon adabuu fi fayyaatti boojii’uun hanga gabaasni kun qindaa’eetti aanoota afur dhuunfachuu beksiise jira.

Aanootiin arfan to’aanno waraana Bilisummaa Oromoo jela jiran,aanaa  Abaaboo Guduruu magaala Daduu, Kombolcha, Commaan Guduruu fi Abbayyii Commaan gooticha waraana Bilisummaa Oromootin to’ataamun aanootiin kun irree gootichaatin bilisummaa isaanii labsaatanii jiru.

Tarkaanfii gootichii waraannii bilisummaa Oromoo Waraana faashistii irraatti fudhaatamu itti fufuun godina baha Wallagga aanaa Sassiigaa ganda Loomicaa bakka adda Walloo jedhamutti kaleessa Caamsaa 18, 2023 sa’a waaree irraa egaale hanga galgaalati lolaa geggeeffamen humna diinaa irraa 72 ol ajjeessun, 40 madoo adabuu fi fayyaatti Afur booji’ee jira.

Gama meeshaatin turkii 12, boombii harkaa 22, hidhaannoo, rasaasa kilaashii fi dishqa hedduu dugda diinaa irraa hiikuun mooraa qabsoo bilisummaa Oromootif galii godhee jira.

Tarkaanfii Waraanni Bilisummaa Oromoo fudhatu Hanga Bilisummaafi Walabummaa Oromiyaa itti fufa.

Hora bulaa deebanaa!

Injifannoo Uummata Oromoof!

Leave a Reply