• Tue. Nov 24th, 2026

Dubbii Ajajaa Ol’aanaa ABO-WBO fi Sirna Eebba WBO YouTube ONM-ABO subscribe gochuun bor hordofaa

May 28, 2023
One thought on “Dubbii Ajajaa Ol’aanaa ABO-WBO fi Sirna Eebba WBO YouTube ONM-ABO subscribe gochuun bor hordofaa”
  1. ABO-WBOn haa jiraatu,jechaa nageenyi keenya bakkoota isin jirtan hundatti isin yaa qaqqabu.Egaa dubbii jabduu ajajaan olaanaa ABO-WBO dubbate tokko irraan waa jechuu barbaade,Innis Waraana Oromiyaa madaalu ijaaraa turree,ijaaraas jirraa,fuula durattis akka ijaaraniidha.Kun waan hundaan ol xiiyyeffannoon itti kennamuu qabuudha.Ijoollonni keenya baayeen komii qabu,innis maali yoo jettan WBOtti leenjii barbaachisaa tahe fudhatanii dabalamuun diina oromoofi Oromiyaa haleeluu barbaadu.Garuu ABO-WBOn tole jedhee nun fudhatu yaada jedhutu jira.Yaadni dafanii fudhachuu diduu waan sirriidha,qoruu,ilaaluun baayee barbaachisaadha,Garuu ijoollonni yeroo baayeef qaruuxee(Maandhee)WBO tahanii yeroo dheeraaf hojjetanii garuummoo carraa mooraa seenuu hin argatin jiran lakkobsaan baayeedha.Kun fooyyeeffamuu qaba!

Leave a Reply