SQ-Waxabajjii 3/2023
Humnoonni Tikaa Mootummaan bobbaase Magaalaa Finfinneefi naannooshe keessaa socho’uun Dargaggootafi Namoota Qarshii qaban ukkaamsun dhagahame.
Obbo Dammaanaa Gomooroo Hojii daldalaa kan hojjeetan yoo tahu, Waxabajjii 3/2023 bakka Mana Jireenya isaani deemun humni tikaa Magaalaa Finfinnee keessa butan.
