• Wed. Nov 25th, 2026

WBOn godina Walloo aanaa Harxummaa Fursee keessatti diina konkolaataan daaraa godhe

Jun 27, 2023

ONM-ABO Waxabajjii 27, 2023

Abdii fi gaaddisni saba Oromoo WBOn tarkaanfii jabaa diina irratti fudhatu jabeessee jira.

Haaluma kanaan har’a Waxabajjii 27, 2023 galgala sa’a 12:00 qabuun tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP godina Walloo aanaa Harxummaa Fursee iddoo addaa Jabaa jedhamutti  fudhateen  konkolaataa 3 haleeluun hedduu du’aa fi madoon adabee meeshaalee garaagaraa irraa booji’uun konkolaatichas hojiin ala taasisee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply