• Wed. Nov 25th, 2026

BEEKSISA! Toorri haaraan TV 📺 Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Adoolessa

Jul 13, 2023

Toorri haaraan TV 📺
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Adoolessa 13, 2023 irraa ka’uun akka armaan gadiitti jijjiiramee jira👇

BEEKSISA !

Toorri haaraan TV 📺
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Adoolessa 13, 2023 irraa ka’uun akka armaan gadiitti jijjiiramee jira👇

Satellite: Yahsat
Frequency: 12073 Vertical
Symbol Rate: 27500
Modulation: DVB-S
Coding: qpsk
FEC: 3/4 ta’uu hubattanii gamanumaan waliif qooduun akka wal qaqqabsiistan dhaammanna.

Kana malees Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa karaa YouTube rakkoo irra deddeebiin sagantaan isaa haqamuu isa mudateen sagantaa YouTube irra kaa’uu dhiisee, toora haaraa Rumble jedhamuun sagantaa isaa dhiyeessaa jira.

Rumble ‘nis YouTube’nis seenuun odeessaalee Oromoo fi WBO ni argattu!

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Sagalee cunqurfamootaa!

Leave a Reply