United we rise, remembering our past, empowering our present, and envisioning our future of liberation and self-determination!
Prepare to embark on an extraordinary journey as we gather to celebrate the indomitable spirit and unwavering determination of the Oromo Nation at The Journey of 50 Years Oromo National struggle success, current situation and its prospects awareness Conference.
Join us on July 27th, 2023, for an unforgettable event that will shed light on the dark chapters of genocide committed against the Oromo people by Ethiopian emperors, and the remarkable accomplishments achieved in the struggle for liberation under the visionary leadership of the OLF-OLA.


Waaqni keessaa cabuu,keessaa baduu,dhangalahuu dhiigaa caba lafee isin oolchee guyyaa sanaan nagaan walitti isin haa yaasu.
Eeyyeen akkuma beekamu bara 2019 kaasee WBO sadarkaa akkamiirra akka jiruufi fuula durattis maal tahuu akka dandahu namuu sirriitti quba qaba.Haa tahuutii WBO kana keessoodhaan walitti buusanii,uummata waliinis walitti buusuuf diraamaa diinni hin hojjetin hin jiru.Haa yaalan malee waraana waan qabsaahuuf sirriitti beeku kana facaasuus tahee uummata isaa isa akka qaroosaatiitti ilaalu irraa addaan baasuun hin dandahamne.Kunis kan nutti agarsiisu waraanichi keessoon isaa saayinsii fi siyaasa waraanaatiin sirriitti masakamuu isaati.
Faallaa kanaa gama daaspoorota Oromoo biyya alaa jiraataniin dhiibbaan karaa sabquunnamtiilee geggeeffamaa tureera.Geggeeffamaas jira.Kun seenaa Oromoo keessatti isa gurrachadha,waan fokkataadha.
Kanaafuu isin kabajamtoonniifi beektonni ABO-WBO bakka buhuudhaan gahee isinitti kenname faayidaa kamiif iyyuu osoo hin taanee dirqama oromummaa bahuu qabdan sirnaan bahaa jirtu,keessanitti dabaluudhaan Daaspoorota oromoo biyya alaa jiran dhimma WBO irratti yaada amansiisaafi tokkoome qabaachisuu irratti gahee guddaa taphachuu qabdu.Barachuun ofiif,Maatiif,biyya ofiif yoo hin taane waan tokkollee hin taane!!!
Keessattuu kaayyoofi akeeka QBO ykn ABO-WBO biyyoota guddatan ykn dhiibbaa uumuu dandahan hubachiisuunis waan guddoodha@gootaniittu,tahuus gahaa tahuu qabdi
Galatoomaa@Galanni keessan Bilisummaa,Walabummaafi Birmadummaa Oromiyaa haa taatu!!!!
“Dhugaadha Qabsoon Bilisummaa Oromoo sadarakaa jabaarra gahuudhaan kanarra ga’ame.
Yaada haqaaf dansaa nuuf laattan galatoomaa🙏”