ONM-ABO Adoolessa 19, 2023
Godinaa Arsii Baha aanaa Heexoosaa irraa miseensii rayyaa ittisa impaayerattii tokkoo hidhannoo guutuun WBO Zoonii Kibba Bahaatti qawwee fi hidhannoo guutuu waliin makamee jira.
Injifannoon Uummata Oromoof!