ONM-ABO Hagayya 10, 2023
Irree fi gaachanni uummata Oromoo diina uummata Oromoo faashistoota waraana Abiy Ahimed har’a Hagayya 10, 2023 aanaa Anfilloo magaalaa Seertumii mooraa abbaa qabeenyaa Daanyee jedhamu keessatti waaree booda toora sa’a 9:00 fi 10:00tti marsaa 2 haleeluun 12 ajjeesee 18 madeessee jira.
Injifannoon Uummata Oromoof!
