Qophii Qorqortii Siyaasaa keenya irratti, Hayyuu Seenaa Prof. Maammad Hasan waliin marii bal’aa taasisnee jirra.
Har’a galgala akka Lakkoofsa Finfinneetti sa’a 2:00 irratti karaa toora Rumble, Telegram fi Tv keenyaan waan gadhiifamuuf itti dhiyaadhaa isiniin jenna.
