ONM-ABO Hagayya 17, 2023
Irree Fi gaachanni uumataa Oromoo WBOn Zoonii Kibbaa Cibraan Mataa Gafarsaa godina Booranaa Bahaa aanaa Areeroo ganda Guutootti bakka addaa Tarbeetti kaleessa Hagayya 16, 2023 waraanaa maafi’aa PP dhukkee irraa kaasee jira.
Tarkaanfii kanaan gama Diinaa irraa loltoota 8 du’aan yoo adabu, 12 ammoo madoo dandammii hin qabneen adabee jira.
Gama meeshaatiin qawwee AKM 6 hidhannoo guutuu wajjin, rasaasaa AKM 700 fi dookumentii iccitii humna waraana PP irraa hiikee jira.
Injifannoon Uummata Oromoof!
