Qophii #Sagalee Bosonaa Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Bor isiniif dhiyaatu irratti keessummoota lama miseensota Waraana Bilisummaa Oromoo barreessaa kitaabaa Jaal Wabii Sabaa fi Weellisaa Jaanjessaa Diinaa qabannee isiniif dhiyaanna.
Karaa Raadiyoo, TV fi Rumble nu eegaa!
Jabina qophii kanaaf yaada keessan nuuf qooduun nu bira dhaabbadha.
Sagalee Cunqurfamootaa!
