Suur-sagaleen Sirna Eebba WBO ‘MARSAA GUCA BILISUMMAA’ kutaa 1’ssoon har’a, fulbaana 19, 2023 waaree booda sa’a 11:00 PM akka sa’a Finfinneetti karaa toora Rumble ONM, Telegram Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Page fb Arraata ONM, akkasumas karaa TV 📺 ONM isiniif dhiyaata.
Horaa bulaa deebanaa, Injifannoon Uummata Oromoof!
